Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa
Biiroo Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa Maanuwaalii Hojiirra Oolmaa Sosochii Kenniinsa Tajaajilaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
Qabiyyee Kutaa tokko Haala waliigalaa Kutaa lama Gurmaa’insaa fi hojimaata sosochiin keninsa tajaajilaa itti hoogganamu Kutaa sadi Gahee qaamolee addaa Kutaa afur Adeemsa jijjiiramni kenniinsi tajaajilaa itti hoogganamu Kutaa shan Kallattii hojiirra oolmaa kenninsa tajaajilaa
Kutaa Tokko- Haala waliigalaa Seensa q. Kenniinsi tajaajila mootummaa yeroo ammaa: o Komii bal’aan keessatti calaqqisu, o Fayyadamummaa fi dantaa ummata keenyaa cinaatti kan dhiisee fi o Ummata keenyaa garmalee abdii kutachisaa kan jiru ta’uu q. Kanaafuu, rakkoolee kanneen hiikuuf: üKaroora Yeroo gabaabaa fi üDheeraa keessatti furuun o. Aantummaa fi
Galmoota Hojiirra Oolmaa Sosochii Kenniinsa Tajaajilaa o Rakkoolee kenniinsa tajaajila manneen hojii mootummaa keessatti qunnaman hatattamaan furuuf; o Komii ummatni kenninsa tajaajilaa irratti yeroo ammaa qabu xiqqeessuuf; o Jijjiirama gama siyaasaatiin dhufe kenniinsa tajaajilaa fooyyeessuun itti fufsiisuuf; o Aantummaa, itti quufinsaa fi fudhatamummaa mootummaan ummata biratti qabu dabaluuf;
Barbaachisummaa Barbaachisummaanuwaalii kanaa rakkoolee kenniinsa tajaajilaa keessatti qunnaman itti fufiinsaan hiikaa deemuuf: o. Gurmaa’insa fi o. Hojmaata (governance) barbaachisu diriirsuun hojiirra oolchuudha.
Qajeeltoowwanii fi Maloota Kenniiinsi Tajaajilaa itti Fooyya’u Qajeeltoowwan Kenniinsa Tajaajilaa Fooyyeessuuf Hawaasa Mana hojii fi Tajaajilamaa Mariisisuu Gargaaran § Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa keessatti qunnaman itti fufiinsaan hiikuuf hawaasni mana hojii: § Rakkoolee gama: o Gurmaa’insaa, o Hojmaata, o Gaggeessaa o Qabeenya namaa fi o Bu’uuraalee kenniinsa tajaajilaatiin jiran irratti akka mari’atuu fi irratti waliigalu taasisuu
…………………………… o Tajaajila kennamu irratti maamiltoota mana hojii hirmaachisuu fi mariisisuu o Maamilli manneen hojii mirgaa fi dirqama isaa irratti fi o Istaandaardii tajaajilli isaaf itti kennamu irratti hubannoo argachuu qaba. o Hirmaachisummaan maamilaa: üM urteewwan kennaman irratti dhiibbaa akka uumuu fi üFedhiin isaa akka kabachiifatufidha
Istaandardii Tajaajilaa Hojiirra Oochuu o Akka mana hojiitti hojiilee hundaaf istaandaardiin hojii fi Maamilaa qophaa’uun irra jiraata. o Maamilatootni sadarkaa tajaajili itti kennamuu fi qulqullina tajaajilaa dhiyaatuu irratti hubannoo argachuu qabu. o Maamiltootni tajaajila akkaataa istaandaardii taa’een argachuuf haal duree (dirqama bahuu qaban) isaan irraa eegamu ifatti maxxanfamuufii qaba. o Raawwiin istaandardii hojii yeroon madaalamee bakka fooyya’uu qabuutti ilaaluun sirreessaa deemuu
Dhaqabamummaa Tajaajilaa Fooyyessuu o Tajaajilli mana hojii kallattiin ummataaf kennu hanga danda’aameetti baay’een isaa sadarkaa caasaa gadiitti akka kennamu taasisuu o Hojiiwwan Ijaarsa dandeettii sadarkaa Gandoota Baadiyyaatti karaa tarsiima’aa fi qindaa’een raawwachuu o Gurmaa’insa mootummaa yeroo ammaa gara malee gara oliitti bal’atu dhawaatan bakka tajaajilamaan jirutti buusu
Simannaa fi Qabiinsa Maamilaa Fooyyessuu üLammiileen tajaajila barbaacha gara mana hojii dhufan xiyyeeffannoo fi kunuunsi barbaachisu taasifamuufi qaba. üLammiif tajaajila barbaachisu kennuuf hojjatootni dursa qabiinsa lammii irratti hubannoo guutuu argachuu qabu. üKunis istaandardii fi qajeeltoo naamusa manni hojii baasu keessatti hammachisuun barbaachisaa dha. üAdeemsa kenniinsa tajaajilaa keessatti
Odeeffannoo Tajaajilamaaf Kennuu o Manni hojii tajaajila kennu waa’ee: üMana hojii fi üTajaajila kennamu irratti odeeffannoo barbaachisaa ta’e kennuun irraa eegama. o Odeeffannoon kennamu üGuutuu, üWayitawaa fi üSirriii akka ta’e mirkaneeffachuu o Kunis, odeeffannoon kan dhiyaatu bakka hojiitti, miidiyaalee fi maxxansaalee addaan ta’uu
Iftoomina Uumuu q. Lammiin waa’ee o Tajaajila kennamuu, o Akkaataa adeemsaaleen hojii tajaajila itti kennanii fi o Baasiiwwan barbaachisoo ta’an irratti hubannoo argachuu qaba. q. Manni hojii o Raawwii hojii, o Hojiirra oolmaa baajataa fi o Istaandardii irratti iftoomina lammiif uumuun o Galteewwan barbaachisaa ta’an fudhachuun raawwii mana hojii fooyyeessaa deemuun irraa eegama.
Rakkoo Hiikaa Deemuu o Kenna tajaajilaa keessatti manni hojii yaadaa fi komii maamilaa biraa ka’an galmeessaa deemuuf hojmaata dandeessisu diriirsuu o Manni hojii tokko waadaa ummataaf seene raawwatee hin argamu taanaan ummata dhiifama gaafachuu qaba. o Sababa osoo hin raawwatiin hafees ummataaf bifa naamusaa fi quuqama qabuun ibsuun yeroo gabaabaa keessatti hanqina uumameef fala
Baasii Xiqqeessuu Kenna tajaajilaa keessatti deddeebii abbaa dhimmaa hir’isuu fi baasii xiqqeessuu Tajaajilli kennamu akkaataa baasii maamilaaaf qusatutti kennamuu Baajatni hojiif ramadame sagantaa fi hojiiwwan barbaadamaniif qofa hojiirra akka oolu taasisuu Raawwii jiru maamilaaaf ibsaa deemuun barbaachisaa dha.
Aadaa fi Dudhaa Pabliik Sarviisii Fooyyessuu q. Jaarmiyaalee mootummaa milkaa’oo fi tajaajila qulqulluu kennuu danda’an ijaaruuf: o Aadaa fi amala gaariin manneen hojii mootummaa keessatti akka dagaagu taasifamuu o Aadaa fi Amala badaa pabliik sarviisii keessatti yeroo ammaa mul’atan addaa baasuun Aadaa fi a. Aala gaariin bakka buusuu o Dudhaa maamila dhiiban (protective work value) balleessuun Dudhaa Maamila hammatan ykn oomishaawaan (productive work value) bakka buusuu
Gaafatamummaa Mirkaneessuu o Aangoo fi gahee hojii irratti hundaa’uun qaamoleen adeemsa tajaajila kennuu keessatti hirmaatan hunda irratti gaafatamummaa: üOgummaa, üBulchiinsaa, üSeeraa fi üSiyaasaa mirkaneessuu Raawwii Gaarii Jajjabeessaa Deemuu Raawwii gaarii kenniinsa tajaajilaa keessatti mul’atan itti fufiinsaan jajjabeessaa deemuu
Maloota Kenniiinsi Tajaajilaa itti Fooyya’u a)Mana hojii irra-deebiin ilaaluu o Tajaajila mana hojii mootummaa keessatti kennamu itti fufiinsaan fooyyessaa deemuuf üHaala hojmaataa fi üAdeemsa kenna tajaajilaa gadi-fageenyaan sakatta’uu o Maneen hojii hundi üHojmaata kenna tajaajilaa, üHaala naannoo hojii, üHaala teessuma, üIddoo hojii fi üFaasiliitiiwwan tajaajilaa hunda sakatta’uu qabu
q. Manni hojii tokko haala waliigala mana hojichaa irradeebiin ilaaluu (re-inventing) qaba yoo jennu: üXiinxala hojimmataa fi üAdeemsa kenna tajaajilaa gaggeessuu qaba. q. Hojiilee hundaaf istaandardii fi safartuu qopheessuu, q. Haala teessuma manneen hojii akkaataa tajaajilaaf mijataa ta’uun sirreessuu Faayiloota haala salphaa ta’een kurfeessuu Manneen hojii mootummaa keessatti bu’uuraalee kenniinsa tajaajilaaf barbaachisan guutuu
b)Hojjattootaaf Irra-deebiin Hubannoo Uumuu Hojjattoota mana hojiitiif waa’ee: üQulqullina kenniinsa tajaajilaa, üMirgaa fi dirqama tajaajilamaa irratti hubannoo kennuun barbaachisaadha. Jijjiirama ilaalcha hojjataa irratti fufiinsaan hojjachuun murteessaa ta’a. itti
c)Hubannoo Tajaajilamaa irra deebiin uumuu q. Hubannoo tajaajilamaaf uumuu waliin walqabatee üIstaandaardii tajaajilli itti kennamu üQulqullina tajaajilaa irratti üMirgaa fi Dirqama isaanii irratti itti fufiinsaan hubannoo uumuun barabaachisaadha.
Kutaa Lama Gurmaa’insaa fi Hojimaata (Governance) SKT Itti Hoogg Abbaa waltajjii-Pirezidaantii ykn Itti Aa Pirezidaantii ta’u Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin F Kurmaanatti Al Tokko Guyyaa Tokkoof Hirmaattoota Pirezidantii MNO I/A Pirezidaantii qindeessaa Kilaastara magaalaa S/I/Apirezidaantitti qindeessaa kilaastara Baadiyyaa S/I/Apirezidaantitti qindeessaa kilaastara Hawaasummaa Hooggantoota Manneen hojii sadarkaa Naannoo hunda Waltajjii Waldaalee ummtaa fi ogummaa addaa Naannoo Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Finfinnee ta’ee akka barbaachisummaa isaatti Magaaloota gurguddoo Baha, Dhihaa, Kibbaa fi G
…………………… Hirmaattota Abbaa waltajjii- Itti Aanaa ykn S/I/A Pirezid I/A ykn S/I/A Pirezidaantii qindeessaa Kilaastara Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin Fudh Hooggantoota manneen hojii kilaastarichaahunda Ji’atti al tokko I/A hoogganaa manneen hojii kilaastarichaa Guyyaa tokkoof Daarektaroota adeemsaalee hojii ijoo Daarektara Karooraa Fi Gamaggamaa Hunda Waltajjii Daarektara hooggansa qabeenya namaa fi Ijaarsa Kilaastaroota dandeettii hunda Naannoo Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Magaala Finfinn akkaatuma barbaachisummaa godinaalee fi magaaloota irratti gaggeeffamuu ni danda’a
…………………… Hirmaattota Bulchaa Godinaa I/A Bulchaa Hooggantoota Manneen hojii sadarkaa Godinaa hunda Bulchaa aanaalee hundaa Waldaalee ummataa fi ogummaa addaa Abbaa waltajjii-Bulchaa fi Itti Aanaa Bu Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin F Waltajjiin gamaggama aanaale gaggeeffamee booda Ji’atti al tokko Guyyaa tokkoof Waltajjii Godinaa Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Magaala Teesssoo ta’ee akkaatuma barbaachisumma Magaaloota Teessoo Aanaalee irratti gaggeeffamuu ni danda’a
………………………. Hirmaattota Kantiibaa Magaalaa I/A Kantiibaa Hooggantoota Manneen hojii sadarkaa Magaalaa hunda Bulchaa Gandoota hundaa Waldaalee ummataa fi ogummaa addaa Abbaa waltajjii-Kantiibaa fi Itti Aanaa ta’u Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin F Ji’atti al tokko Guyyaa tokkoof Waltajjii Magaalaa Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Magaala Isaa akkaatuma barbaachisummaa isaatti Magaalichaa irratti dabareen gaggee danda’a
……………………. Hirmaattota Bulchaa Aanaa Abbaa waltajjii-Bulchaa fi Itti Aanaa ta’u Yeroo Meeqaa fi Guyyaa W Fudhatu Ji’atti al tokko I/A Bulchaa Hooggantoota Manneen hojii sadarkaa Aanaa hunda Guyyaa tokkoof Bulchaa Gandootaa hundaa Waldaalee ummataa fi ogummaa addaa. Waltajjii Aanaa Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Magaala Teesssoo A
…………………. . Hirmaattota Bulchaa Gandaa I/A Bulchaa Maanajara Gandaa Miseensoota Kaabinee Gandaa Hojjettootaa sadarkaa gandaa jiran hunda Bakka bu’aa dargaggoo (2) Bakka bu’aa dubartootaa (2) Abbaa waltajjii-Bulchaa fi Manaajara ta’u Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin Torban lamatti al tokko Guyyaa tokkoof Waltajjii Ganda Baadiyya Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Teesssoo Bulchiinsa ta’a
…………………… Hirmaattota Bulchaa Gandaa Miseensoota Kaabinee Gandaa Hojjettootaa sadarkaa gandaa jiran hunda Bakka bu’aa Ummataa (2) Bakka bu’aa dargaggoo (2) Bakka bu’aa dubartootaa (2) Abbaa waltajjii-Bulchaa Gandaa Yeroo Meeqaa fi Guyyaa W Fudhatu Torban lamatti al tokko Guyyaa tokkoof Waltajjii Ganda Magaalaa Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Teesssoo Bulchiinsa ta’a
Waltajjii manneen hojii sadarkaan jiranii Hirmaattoa Abbaa waltajjii-Hoogganaa Mana Hojii ta’a Hoogganaa mana hojii Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin Fudh I/A mana hojii Ja’atti al tokko ta’ee akkaatuma barbaa Gorsaa Mana Hojii isaatti torba lamaa fi isaa gaditti gagge Daarektaroota Hojii Ijoo Hunda danda’ama Daarektara Karooraa Fi Gamaggamaa Guyyaa tokkoof Daarektara Faayinannsii, Bittaa, Bulchiinsa Qabeenyaa Daarektaroota kallattiin itti waamamni isaanii Manajimantii Hooggansaaf ta’an akkaatuma barbaachisummaa isaatti Manneen hojii Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- Teesssoo Mana argamuu ta’a
…………………. Abbaa waltajjii- Daarektaraan/I/G kut /Gaggeessaa adeemsa ta’a Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin F Torban lamaan; guyyaa jimaataa Guyyaa tokkoof Hirmaattota Dursitoota Garee hojjettoota Adeemsa keessa jiran hunda Waltajjii Daarektaraan gaggeeffamu Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- kutaa hojii Adeemsic
…………………. . Abbaa waltajjii-Dursaa Garee ta’a Yeroo Meeqaa fi Guyyaa Walgahiin F Hirmaattota Dursaa Garee Miseensoota Garee jala jiran hunda Torbanittial tokko; guyyaa jimaataa, s irraa eegalee Guyyaa tokkoof Garee Qulqullina kenna tajaajilaa Ajandaa walgahii: Kenniinsa tajaajila fi raawwii karooraa mootummaa hordofuu, deeggaruu, gamaggamuu fi madaaluu Ciminoota dhufan akka irraa baratamuu fi hanqinoota mul’atan akka hiikaman kallattii cimaa kaa’uu Qaamolee raawwii gaarii gaban jajjabeessuu fi Kanneen hir’ina qaban akka sirreeffaman tarkaanfiwwan Iddoo walgahii- kutaa hojii garichaat
…………………………. o Haala raawwiin hojjetaa itti guutamuraawwiin hojjetaa torbanitti al tokko waltajii marii garee qulqullina hojii irratti hundaa’uun kan guutamu ta’ee o Raawwiin turban afurii ida’amee kan ji’aa, o Kan ji’aa ida’amee kan kurmaanaa fi o Ji’a jahaa ta’a.
Ulaagaa Dursitootni Garee Fooyya’iinsa Qulqullina Hojii Guutuu Qaban o Dandeettii fi beekumsa Gahaa qabaachuu o Hojii irraatti ramadame qulqullinaa fi gahuumsaan raawwachuu o Hojjetee hojjechiisuun fakkeenyummaa (adda duree) agarsiisuu o Dandeetti Karoorsuu fi qindeessummaa fi hoogganuu qabaachuu o Naamusa hojii fi iddoo hojii kabajuu fi kabachsiisuu o Kalaqaa fi Jijjiramaaf qophaa’aa ta’uu o Ilaalchootaa fi gochoota Naannummaan walqooduu,
Haala Hooggansa Marii fi Walgahii Mootummaa o Walgahiin mootummaa sa’aa hojii mootummaatiin ala gaggeeffamuu qaba. o Walgahiin dirqama sa’aa hojii mootummaatti gaggeeffamuu qabu lammii tajaajila barbaacha gara mana hojichaa dhufuuf maloota adda fayyadamuun beeksisuu qaba. o Hooggansi sababa walgahiitiin yoo bahu akkaataa chaartarii JBAHtiin nama bakka isa bu’ee tajaajilu bakka buusuu qaba
…………………………. . o Walgahiin gaggeeffamu kamiiyyuu yeroo walqahiin fudhatu, iddoo, ajandaa ifa ta’e qabaatee karoorfamee raawwatamuu qaba. o Hooggansis ta’ee hojjetaan walgahii kallattin isa hin ilaallannee irratti hormaachuu hin qabu. o Walgahiin gaggeeffamu kamiiyyuu gabaabaa, baasii xiqqaan dhimmoota tarsiimo’aa fi karoorfame irratti gaggeeffamuu qaba. o Hojjetaan walgahiif deemu hawaasa mana hojii beeksisuu fi akkaataa chaartarii JBAHtiin nama bakka buusuu qaba.
Sirna Komii, Iyyannoo, Yaadnii fi Fedhiin lammiilee Itti Keessummeeffamu Akkaataa Yaadnii fi Fedhiin Ummataa Itti Dhiyaatu Fedhii fi gaaffii misoomaa ummatarraadhiyaatu dursa mana marii bulchiinsa gandaaf dhiyaatee erga xinxalamee yaadni itti kennamee mirkanaa’ee bood uunka fedhiin ummataa itti dhiyaatuun qindaa’ee waajjira bulchiinsa Aanaa/Waajjira Kantiibaaf dhiyaatee kan human Aanaa/Magaalatiin deebi’u adda baasuun karoora keessatti hammachiisuun deebii akka argatu taasisuu Fedhii fi yaada ummataa humna Aanaatiin hin deebine qindeessuun Manneen hojii Godinaaf kallattiin isaan ilaallatuuf dhiyeessuun deebiin akka itti kennamu taasifamuu qaba Fedhii fi yaada ummataa humna Magaalaa/Godinaatiin hin deebine qindeessuun Manneen hojii Naannoo kallattiin isaan ilaallatuuf dhiyeessuun deebiin akka itti kennamu taasifamuu qaba
Akkaataa Komii fi Iyyannoon Bulchiinsaa Itti Dhiyaatu Komiin caasaa mootummaa irratti dhiyaatu kamiiyyuu akkaataa qajeelfama keessummeessa komii-----tiin ta’a Komii fi Iyyata Bulchiinsaa sadarkaa Ganda Baadiyaatti ka’u manaajara gandaaf dhiyaatee gara caasaa gandaa dhimmii ilaallatuun deebiin itti kennama. Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii caasan gandaa kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee mana hojii sadarkaa Aana kallattiin isa ilaallatuf dhiyeessuun deebii argata. Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii manni hojii kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf
Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii bulchiinsi Aanaa kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee bulchiinsa Godinaaf dhiyeessuun deebii argata. Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii Bulchiinsi Godinaa kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee Bulchiinsa Mootummaa Naanootiif dhiyeessuun deebii dhumaa argata. Komii fi Iyyata Bulchiinsaa sadarkaa Ganda Magaalatti ka’u Bulchaa Gandaaf dhiyaatee gara caasaa gandaa dhimmii
Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii caasan gandaa kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee mana hojii sadarkaa Magaalaa kallattiin isa ilaallatuf dhiyeessuun deebii argata. Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii manni hojii kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee Waajjira Kantiibaaf dhiyeessuun deebii argata. Komii fi Iyyata dhiyeeffataan deebii Waajjirri Kantiibaa kennetti hin quufne akkaataa uunka keessummeessa komiitiin deebii isaaf kenname qabatee Bulchiinsa Mootummaa Naannoof dhiyeessuun deebii dhumaa argata.
Akkaataa Komiin Kenniinsa Tajaajilaa Keessatti Itti Keessummeeffamu Komiin kenna tajaajilaa daarektara/I/G Kutaa hojii irratti dhiyaatu daarektara /G Kutaa hojiif dhiyaatee deebiin ni argata Tajaajilamaan deebii daarektara/I/G Kutaa hojiitiin kennametti hin quufne duub-deebii barreeffamaan isaaf kenname fudhachuun hoogganaa mana hojiif dhiyaatee deebiin dhumaa itti kennama Tajaajilamaan deebii mannen hojii kennetti hin quufne dhaabbilee bakka bu’oota ummataa, miidiyaalee addaatti saaxiluu, Abba Gaaritti beeksisuu ni danda’a.
Sirna Deeggarsaa fi Hordoffii Raawwii Maanuwaalichaa ilaalchisee Caasan Seektara BPSMQNO fi Wajjiirri Pirezinantii sadarkaan jiru qindoominaan hojii hordoffii, deeggarsa fi qorannoo itti fufiinsaan taasisuun deb-deebii qaamolee raawwataniif kennuu qaba.
Sirna Gaafatamummaa Hoggansa Manneen Hojii Sadarkaan Jiran Irratti Dhimmoota Gaafatamummaa Bulchiinsaa Hordofsiisan Qaamni gaafatamummaa Bulchiinsaa mirkaneessu agarsiiftuwwan armaan gadii hordofuun gaafatamummaa mirkaneessuu qaba. Hojiichaa bifa tarsiima’aa ta’een gaggeessuu dhabuun raawwiin tarsiimoo mana hojichaa madaallii taasifamu keessatti gadi bu’uu Tajaajilli hoogganaan kennuu, mana hojii fi kutaalee hojii kallattiin hoogganaaf itti waamaman kennan irratti komiin fi deddeebiin ummataa baay’achuu,
Qabeenyaa fi faayinaansii mana hojichaa hojimaata taa’een gaggeessuu dhabuun qabeenyi mana hojichaa qisaasamuu fi faayidaa hin taaneef ooluu. Qabeenya mootummaa harka isaa jiru kunuunsuu dhabuu, hojii barbaadameef ala oolchuu, qisaasuu fi qusannaan fayyadamuu dhabuu. Ilaalchaa fi gochaa malaamaltummaa keessa galuu, ofii bilisaa ta’ee qaama isa jala jirus bilisaa gochuu dhabuu fi rakkooleen malaammaltummaa yoo mul’atan tarkaanfii sirreeffamaa yeroo isaa eeggate fudhachuudhabuu Qaamoolee isa jala jiraan raawwii isaanii hordofuu, madaaluu fi jajjaabeessuu dhabuu. Hariiroon hojii gaarii hawaasa mana hojichaa gidduu akka jiraatu taasisuu dhabuu fi naamuusa iddoo hojii fi hojjetaa hordofuu fi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu dhabuu.
Hojimaatiilee badaa kan akka naannummaa, gosummaa, amantii fi walitti dhiyeenya addaatiin hogganuu irraa bilisa ta’u dhabuu. Kutannoo, quuqama uummataa, jaalala lammii, miira tajaajiltummaa, aantummaa uummataa dhabuu fi tajaajila kennuu keessatti loogii uumuu. Aangoo mana hojichaa yoo gadi lakkisu qabeenya mootummaa hojiif kennameef osoo hin deebisin deemuu Hojirra oolmaa qabeenyaa fi faayinaansii ilaalchisee akkaataa hojimaata oodiitii fi sakatta’iinsa qabeenyaa (inventery) akka gaggeeffamu gochuu dhabuu, bu’aa oodiitii hojiirra oolchuu dhabuu.
Hojjetaa Mana Hojii Sadarkaan Jiran Irratti Dhimmoota Gaafatamummaa Mootummaatiin fudhachiisan Qaamni gaafatamummaa mulchiinsaa akkaataa Labsii Hojjettoota Mootummaatiin mirkaneessu agarsiiftuwwan armaan gadii hordofuun gaafatamummaa mirkaneessuu qaba Karoora mana hojichaa, qajeelfamoota iddoo hojii, naamusa iddoo hojii fi hojichaa, gahee hojii fi itti gaafatamumma fi duudhaalee mana hojichaa hubatee hojirra oolchuu dhabuu. Tajaajila si’ataa fi qulqulluu kennuu dhabuu
Qabeenya mootummaa harka isaa jiru kunuunsuu dhabuu, hojii barbaadameef ala oochuu, qisaasamaf saaxiluu fi qusannaan fayyadamuu dhabuu. Ilaalchaa fi gochaa malaammaltummaa jibbuun ofiifis irraa bilisa ta’uu dhabuu fi saaxiluu dhabuu. Aadaa fi safuu ummataa eeguu dhabuu Naamusa hojii qabaachuu dhabuu, tajaajilamaaf kabaja maluuf kennuu dhabuu, kutannoo fi kaka’umsa hojii qabaachuun miira tajaajiltummaa uummataa gonfatee tajaajiluu dhabuu.
Hojii itti kenname akkaataa istaandaardii taa’een hojjechuu dhabuu. Seeraa fi qajeelfama bulchiinsa hojjettoota mootummaaf bitamee hojiisaa hojjechuu dhabuu. Sa’aa hojii mootummaatti hojii biraa hojjechuu fi sa’aatii hojii kabajuu dhabuu Mana hojichaa yoo gadi lakkisu qabeenya mootummaa hojiif kennameef osoo hin deebisin deemuun akkaataa seeraa fi hojiimaata jiruutiin gaafatamu qaba.
Gaafatamummaa Ogummaa Manneen hojii mootummaa tokko (ogeessa fayyaa, Mahaandiisa, poolisii fi kkf) tajaailoota baay’ee murteessoo ta’an irratti naamusa ogummaa addatti qopheessun hojiirra oolchuu qabu Qaamni hoogganu akkaataa Naamusa ogummaa qophaa’een gaafatamummaa ogummaa mirkaneessaa deemuu qaba
Gaafatamummaa Seeraa Qaamoleen haqaa caasaa mootummaa keessatti qisaasa qabeenyaa fi bajataa, malaammaltummaa salphaa (pity corrution fi guddaa (grand corruption) raawwatan akkaataa seera yakkaatiin horofee sirna gaafatamummaa seeraa mirkaneessuu qaba.
Kutaa Sadi Gahee Qaamolee Addaa Gahee hojii Manaajimantii Manneen hojii sadarkaan jiranii o Kenniinsa tajaajila mana hojichaa ilaalchisee tarkaanfiwwan foooyya’iinsaa addaa dhiyaatan mirkaneessuu, bu’aa dhufe gamaggamuun kallatti itti aanu kaa’uu o Kallattii fi ka’umsa karoora tarsiimoo Mana Hojii qopheessuu, qaamoleen dhimmi ilaallatu akkaataa ka’umsaa fi kallattii taa’een akka qopheessan taasisuu fi karoora isaanii mirkaneessuu, raawwiisaas gamaaggamuu. o Baaxii baajataa karoora baajatichaa mirkanaa’e
Gahee Hojii Hoogganaa Mana Hojii o Yaadota tarsiima’aa karoora mana hojii ni burqisiisa akka hojirra oolanis kallattii ni kaa’a. o Kenniinsa tajaajila mana hojichaa akka waliigalaatti jiru hoogganuu, hordofuu, jajjabeessuu fi tarkaanfii sirreeffamaa barbaachisu itti fufiinsaan fudhachaa deemuu o Riifoormiiwwan addaa maamileessun akka mana hojiitti hojiirra akka oolan ajandaa taasisuu, hubachiisuu fi hojiirra oolchuu o Raawwii karoora mana hojichaa olaantummaan ni hordofuu, deeggaruu, madaaluu, sirna gaafatamummaa
Gahee Hojii Itti Aantota Mana Hojii o Karoora adeemsaalee fi kutaalee hojii kallattiin hoogganu qaamolee dhimmi ilaallatu hirmaachisuun qopheessuu fi hojiirra oolchuu, o Hojiiwwan Damee isaa jala jiran itti gaafatamummaan ni hooggana ni qindeessa o Qabeenya namaa kallattiin isaaf itti waamamanii fi leecalloowwan hojiif ramadaman hoogganuu fi bulchuu, o Raawwii adeemsaalee fi kutaalee hojii kallattiin isaaf itti waamaman hordofuu, madaaluu, jajjabeessuu fi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu,
Gahee Hojii Gorsitoota Manneen Hojii o Kutaalee hojii Kallattiin hooggana mana hojiittif itti waamaman keessa kanneen hoogganaan biiroo bakka bu’iinsaan kennuuf karooraa fi raawwii isaanii hordofuu fi madaaluu o Hojiilee hoogganaa biiroo irraa kennamaniif ni raawwata o Tarsiimoo mana hojii ilaalchisee yaadoota haaraa burqisiisuun hoogganaa mana hojiitiif gorsa ogummaa ni kenna o Haala raawwii mana hojii hordofuun gorsa Manajimantii fi hoogganaa mana hojiitiif ni kenna
Gahee Hojii Daarektaraa/I/G kutaalee Hojii sadarkaan jiranii o Bakka I/A mana hojii hin jirretti bakka bu’uun hojiiwwann I/A mana hojichaan raawwataman hojjechuu o Daarektara/ Kutaa hojii itti ramadame olaantummaan qindeessuu fi hoogganuu o Karoora daarektaraa fi kutaalee hojii qaamolee dhimmi ilaallatu hirmaachisuun qopheessuu fi hojiirra oolchuu, o Gareewwan Fooyya’iina qulqullina hojii kallattiin isaaf itti waamaan hoogganuu fi qindeessuu,
Gahee Hojii Garee Fooyya’insa Qulqullina Hojii o Karoora Daarektara/I/G kutaa hojii hojichaa irratti hundaa’udhaan karoora torbanii qopheessuun Daarektara/I/G kutaa hojiitiif dhiyeessuu fi mirkaneessuudhaan guyyaa fi torbaniin qoodee hojiirra oolchuu. o Karoora baasan ka’uumsa godhachuudhaan raawwii hojii torbaniin madaaluu, rakkoolee adda baasuu fi kallattii furmaataa ni kaa’u. o Sirna karoorsuu, raawwachuu, mirkaneessuu fi tarkaanfii fudhachuu (plan-do-check-act) hordofuudhan raawwachuu o Hojiileen hojjetaman kamiiyyuu istaandaardii raawwii hojii
Gahee Hojjetaa Mootummaa o Karoora mana hojiichaa, qajeelfamoota iddoo hojii, Naamusa fi hojiichaa, gahee hojii fi itti gaafatamuuma fi dudhaalee mana hojichaa hubatee hojiirra oolchuu. o Ergamaa fi mul’ata mana hojii, mirgaa fi dirqama isaa adda baasee beekuun raawwachuu. o Qabeenya mootummaa harka isaa jiru kunuunsuu, hojii barbaadameef qofa oolchuu, qisaasama irraa baraaruu fi qusanaan
Kutaa Shan Kallattii Jijjiramni Itti Hoogganamu o Jijjiirama Jaarmiyaa milkeessuuf yoo barbaadame üJijjiirama akkamii fi üHammamii fi üYeroo hammamii keessatti jijjiirama fiduu akka barbaadu adda baafachuu qaba.
………………… q. Akaakuun Jijjiramaa Hanga ykn bal’ina jijjiiramichaa irratti hundaa’uun üJijjiirama bu’uuraa/ajaa’ibsiisa/ üjijjirama transformeeshinii, üJijjiirama foyya’insa jedhamee qoodama. q. Haaluma kanaan Akaakuu jijjiiramaa fooyya’iinsaa itti fufiinsaan gochuun dhawaatan rakkoolee PS keessatti kuufaman hiikuun barbaachisaadha
………………. o Akaakuu jijjiiramaa filate hojiirra oolchuuf tooftaa jijjiiramichi itti hojiirra oolu filachuu o Jijjiirama fooyya’iinsa kenniinsa tajaajilaa itti fufiinsaan taasisuuf tooftaan/moodeela jijjiirama kenna tajaajilaa itti hojiirra oolu filatamee jira. o Tooftaan kunis rakkoolee KT simannaa limmii irraa kaasee hanga bu’aa dhumaa maamilaaf kennuutti jiru hiikuuf:
………………. . ü Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa keessatti jiran adda baasuun karoorsuu, ü Rakkoolee adda bahan hiikuu, ü Deeggarsa, hordoffii fi madaallii itti fufiinsan gaggeessuu, ü Tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu fi ü Raawwii gaarii jajjabeessuu fi Muuxannoo adeemsaan dhufe qindeessuu
Moodeela/Tooftaa Jijjiiramni Kenna Tajaajilaa Itti Hoogganamu Kenniinsa Tajaajilaa Sakatta’uu fi Karoorsuu Hanqinoota adeemsa kenniinsa tajaajilaa keessatti gama üHojimaata, üGurmaa’insaa, üQabeenya namaa fi üBu’uuraalee kenniinsa tajaajilaatiin mul’atan adda baasuun karoorsuu kan hammatuudha
………………. Raawwachuu o Hanqinoota tajaajilaa karooraan adda bahan gurmaa’insa fooyya’iinsa kenna tajaajilaa taa’een itti fufiinsaan raawwachuu jechuudha Hordofuu, Gamaggamuu fi Madaaluu o Hordofuu, deeggaruu fi Madaaluu jechuun adeemsa kenniinsa tajaajilaa akkaataa karooraatiin deemuu isaa itti fufiinsaan hordofuu, gamaggamuu fi madaaluu jechuudha.
………………. Tarkaanfii Sirreeffamaa Fudhachuu, Jajjabeessu o Jijjiramoota adeemsa hordofii, gamaggamaa fi madaallii fooyya’iinsa kenniinsa tajaajilaa keessatti dhufan itti fufiinsaan adda baasuun jajjabeessuu o Hanqinoota qunnaman karaa tarsiima’aa ta’een itti fufiinsaan tarkaanfii barbaachisu fudhachuun sirreessaa deemuu jechuudha.
Moodeela jijjirama Fooyya’iinsa Kenniinsa Tajaajilaa (plan, do, check , act)
Kutaa Shan Kallattii Hojiirra Oolmaa Kenninsa Tajaajilaa Bu’uura Rakkoo Keenniinsa Tajaajilaa, Hanqinaalee Raawwii fi Sirnaawaa ta’an 1. Hojimaata, Istaandaardii fi Mala Kenninsa Tajaajilaa q. Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Istaandardii kenniinsa tajaajilaa jiru hubachuu dhabuu o Istaandardii kenniinsa tajaajila jiru hojiirra oolchuu dhabuu o Tajaajila mootummaa kennuuf maallaqa/mata’aa gaafachuu o Keenniinsi tajaajilaa quqllina(qabatamummaa, amansiisaa, si’oomina, fedhii maamilaa hubachuu) dhabuu o Komii maamilaa keessummeessu fi deebii kennuu
………………………… o Hanqina kenniinsa tajaajilaaf gaafatamummaan dhabamuu o Bu’uuraalee kenninsa tajaajilaa iddoo hojiitti guutamuu dhabuu o Simannaa fi qabiinsa maamilaa rakkoo qabaachuu o Hanqinni hirmaachisummaa jiraachuu o Hanqina hojimaata hojiirra oolchuu dhabuu
Hanqinaalee Tarsimo’aa fi Sirnaa (systemic problems) o Istaandardiin kenniinsa tajaajilaa waaltaa’uu fi idilaa’uu dhabuu o Hojimaata/sirna kenniinsa tajaajilaa ummataaf ifa ta’ee fi si’oomina qabu dhabamuu o Hojimaata/sirna kenniinsa tajaajilaa ummataaf ifa itti ta’u dhabamuu o Malli kenniinsa tajaajilaa teeknoolojiin kan hin deeggaramnee fi duubatti hafaa ta’uu o Kenniinsa tajaajilaa keessatti hanqina mudatuuf sirni gaafatamummaa cimaa mirkaneessu dhabamuu o Hojimaatni mirkaneessa qulqullina kenninsa tajaajilaa mootummaa jiraachuu dhabuu fi qaamoleen raawwii gaarii qaban beekkamtii itti argatan dhabamuu
2. Gurmaa’insa Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Gurmaa’insi jiru iddoo muraasatti waliiti bu’iinsa fi walirra bu’iinsa aangoo qabaachuu o Gurmaa’insi jiru komii ummataarraa ka’uuf deebii quubsaa kennuu dhabuu o Bakka tokkotti hojii fi hojjataan walsimuu dhabuu o Gahee hojii beekuu dhabuu o Waa murteessuuf ofitti amanamummaa gahaa dhabuu
Hanqinaalee Sirnaa (systemic problems) o Gurmaa’insi pablik sarvisii jiru bal’aa fi bu’a qabeessa kan hin taane ta’uu o Qabeenyi mootummaa hojiif ramadamu kuufamee kan jiru caasaa kara olii (Naannoo, Godiina fi Aanaa) ta’uu o Caasaan mootummaa ummatatti aanee jiru Aangoo gahaa dhabuu o Caasaan mootummaa ganda irra jiru gahaa kan hin taaneefi gahumsa kan hin qabne ta’uu
3. Gaggeessummaa Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Ergamaa fi mul’ata mana hojii hubachuu dhabuu o Miira tajaajiltummaa dhabuu o Aantummaa uummataa fi kakka’umsa hojii dhabuu o Naamusa gaggeessummaa dhabuu o Faayidaa dhuunfaa irratti xiyyeeffachuu o Qabeenya mootummaa qisaasuu fi akka qisaasamu taasisuu o Gandummaa/lagummaa/gosummaa o Dhibaawummaa o Gabaasa sobaa
Hanqinaalee Tarsimo’aa fi Sirnaa (systemic problems) o Beekumsa fi ogummaa (Gahumsa) dhabuu o Gaggeessitoota bakka bu’an karoorsuu fi qopheessuu dhabuu o Hojimaata gaggeessaan seensaa hanga bahiinsatti ittiin hogganamu dhabuu
4. Gahumsa, Naamusa fi Aadaa Hojii Pablik Sarvaantii Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Hojjetaan karoora qabaachuu dhabuu o Hojjetaan gabaasa qabaachuu dhabuu o Gahee hojii ofii hubachuu dhabuu o Beekumsaa fi ogummaa qaban haala gahaa ta’een itti fayyadamuun tajaajiluu dhabuu o Miira tajaajiltummaa dhabuu o Aantummaa uummataa fi kaka’umsa hojii dhabuu
……………………………. . o Qabeenya mootummaa qisaasuu fi akka qisaasamu taasisuu o Dhibaawummaa o Haala siyaasaatiin burjaaja’uu o Naamusa iddoo hojii eeganii hojjachuu dhabuu o Mirga/faayidaa gaafachuun ala dirqama bahu dadhabuu o Gabaasa sobaa
Hanqinaalee Tarsimo’aa fi Sirnaa (systemic problems) o Sirni karooraa fi gabaasa idilaa’uu dhabuu o Beekumsaa fi ogummaa (gahumsa) gahaa osoo hin qabaatin pablik sarvisii seenuu o Gahumsa pablik sarvantii yeroon sakatta’uu fi foyyeessuu dhabuu o Naamusa ogummaa fi naamusa bakka hojii laafaa ta’uu o Istaandaardiin naamusa iddoo hojii waaltawaan jiraachuu dhabuu o Aadaa fi duudhaa mana hojii cimaa jiraachuu dhabuu
5. Hoggansa Qabeenya Namaa Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Bulchiinsi qabeenya namaa gahee isaa haalaa guutuu ta’een beekuu dhabuu o Hojimaata (labsii, qajeelfama, danbii…) jiran hordofanii hogganuu dhabuu o Firummaan, walitti dhufeenyaan, lagaan, amantaan looguu (nepotism)
Hanqinaalee Tarsimo’aa fi Sirnaa (systemic problems) o Hojimaatni hoggansa qabeenya namaa ammaayya’aa fi qaqqabamaa ta’uu dhabuu o Hoggansi qabeenya namaa gahumsa dhabuu o Karoora qabeenya namaa tarsimo’aa ta’e (Strategic human resource planning) dhabuu o Tarsiimoo seensaa fi bahiinsa HQN gahumsa qabu dhabuu
6. Ittifayyadama Teeknoolojii Hanqinaalee Raawwii Keessatti mul’atan (Operational problems) o Tajaajilootni mootummaa harki caalu waraqaa irratti kan hundaa’e ta’uu o Teekinolojii jirutti sirnaan fayyadamuu dhabuu o Itti fayyadama teekinolojii irratti hubannoon jiru gadi aanaa ta’uu
Hanqinaalee Tarsimo’aa fi Sirnaa (systemic problems) Dhiyeessiin teekinolojii gadi aanaa ta’uu Misoomni bu’uuraaleen TQO gadi aanaa ta’uu Hojimaatni mootummaa teekinolojiidhaan deeggaramuu dhabuu
Sagantaa. Sanada hojiira oolmaa SKT Raawwii Yeroo Hojii
Galatoomaa!!
- Slides: 79